Suuraa Kaasuu

 Jechi Photography (suuraa) jedhu jechoota Giriikii irraa kan dhufe yoo ta’u hiikni isaas ifaan barreessuu ykn fakkii kaasuu jechuudha. Suuraa kaasuun adeemsa suuraa gochaan hojjechuudha.